Raashiyaa fi Yukireen haleellaa saayibariin rukkutaman - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعتين
Raashiyaa fi Yukireen appilikeeshiniin balaa tasaa mudatu akeekkachiisuuf itti gargaraaman haleellaa saayibariin rukkatamee akaakkachiisni sobaa guutummaa biyyoota lamaanii keessatti fayyadamtootatti ergamaa jira.