Kantiibaa Adaanech Abeebeen Garee Baankii Addunyaa waliin mari’atan

fanabc.com
منذ 8 ساعات
Finfinnee, Sadaasa 8, 2019 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Garee Baankii Addunyaa waliin dhimmoota hariiroo cimsanirratti mari’ataniiru.Hariiroo bara dheeraa waliin qabnu caalmaatti cimsuu fi sadarkaa olaanaatti guddisuu