Finfinnee, Sadaasa 8, 2019 (FMC) – Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin har’a Gareen Itiyoophiyaa gita isaa Moorookoo waliin taphata.Taphni deebii har’a waaree boodaa sa’aatii 12:30 eegalee Moorookoo Istaadiyeemii Al Hasan Moolaayit