Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) – Shaggaritti Piroojektoota buleeyyii, haaraa fi suphaan hojjetamaa jiran 347 keessaa hanga ammaatti Piroojektoonni 244 xumuramuu bulchiinsi magaalichaa ibse.Piroojektoonni kunneen sadarkaa kutaa magaalootaa fi Magaalaa