Yuuniivarsiitiiwwan gaaffilee uummataf deebii qorannoo fi qo’annoon deggerame kennuu qabu jedhame

fanabc.com
منذ 4 ساعات
Finfinnee, Ebla 30,2017 (FMC)- Oomishaa fi oomishtummaan akka guddatu, barnoonni qulqullina qabu akka jiraatuu fi fayyaan Hawaasaa akka eegamuuf gaaffii uummata irraa dhiyaatuuf yuunivarsiiwwan qorannoo fi qorannoodhaan deebisuu qaban hubachiifameera