Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffama

fanabc.com
منذ ساعتين
Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa Idil-addunyaa 3ffaan Caamsaa 5fi 6, 2017  magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa beeksise.Yaa’ichi tumsa Fooramii G20 Inter Feezi, Gamtaa Afr