Humna Qilleensa cimaa fi ammayyaa birmadummaa biyyaaf

fanabc.com
منذ 9 دقائق
Ciminni Humna Waraanaa biyya tokkoo kan madaalamu keessa tokko qophummaa fi ga’umsi humna qilleensaa adda dureedha.Samiin daangaa dhumaa biyyaati; Eegumsi Birmadummaa daangaa achii jalqaba.Daangaa qilleensaa sirnaan sakatta’uu, sodaawwan kamiyyuu saf