Kaadhimamtoonni xumuraa badhaasa taphataa cimaa Afrikaa ifooman

fanabc.com
منذ 24 ساعة
Finfinnee, Sadaasa 16, 2019 (FMC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF), badhaasa taphataa cimaa Afrikaa bara 2026 kennuuf dorgomtoota shanan xumuraa ifoomseera.Haaluma kanaan Ismaa’el Saayibaa, Ashiraaf Haakimii, Biraahiim Diyaaz, Paape Gu