Itoophiyaatti namichi hidhaatii bahee dubartoota jaha ajjeesuun shakkame akkamiin to'atame? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 20 ساعة
Naannoo Tigiraay magaalaa Shiree Indesillaaseetti shakkamaan dubartoota jaha ajjeesee daa'ima waggaa sagalii butee dhabamsiise to'annoo jala ooluu poolisiin hime.