Loltoonni biyyoota alaa Somaaliyaa keessaa bafaamaa jiru, Al-Shabaab biyyatti to'achuu danda'aa? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ ساعة
Somaaliyaan yeroo ammaa qormaata haaraa tasgabbii ishee irratti mudachuu danda'u keessa jirti. Humnoonni alaa biyyattii keessaa bahuu jalqabuun, wal-dhabdeen siyaasaa hammaachaa jiru fi sochiin Al-Shabaab, garee Al-Qa'iida waliin hidhata qabu hamaachuu danda'a yaaddoo jedhu uumera