Finfinnee, Caamsaa 19, 2017(FMC) – Godina Wallagga Bahaatti bara kana pirojeektonni rakkoolee hawaasaa furuu irratti xiyyeeffatan 369 baajeta birrii biliyoona 16 oliin hojjetamaa jiraachuun ibsame.Bulchaa itti aanaan Bulchiinsa Godina Wallaggaa Bahaa