Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 46ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse.1. Manni marichaa jalqabarratti kan mari’ate hammattoo diinagdee gooroofi fiiskaalaa bara giddugaleessaa 2018-