Lammiileen Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’an

fanabc.com
منذ 21 ساعة
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Hanga ammaatti lammiileen Itiyoophiyaa Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’aniiru jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoon mii