Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Goondar deebitee ka'aa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xirunaan.Obbo Tamasgeen Xirunaan turtii Goondaritti taasisaniin Indaastiriiwwan oomishaa imala jijjiiramaa agarsisaan, haaromsa