Wayita Ayyaana Id Al Adahaa Kabajnu barsiifata amantichaa hordofuu fi hojirra oolchuun ta’uu qaba – Hajii Ibraahiim Tufaa

fanabc.com
منذ يومين
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC)– Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Sheeh Hajii Ibraahiim Tufaan ayyaana Id Al Adahaa 1446ffaa sababeeffachuun hordoftoota amantichaaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru.Ergaa isa