Naannoo Sidaamaatti qondaalli mootummaa fonqolcha gaggeessuuf yaale jedhame mirgi himatamuu dhabuu irraa ka'e - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa'ii har'a, Waxabajjii 12, taa'eni mirga himatamuu dhabuu Obbo Alamaayyoo irraa kaasuu biiroon komunikeeshinii naannichaa beeksise.