Tajaajilli wal’aansa yaala agartuu ijaa 315 milkaa’inaan raawwatame

fanabc.com
منذ 18 ساعة
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Tajaajilli Baankii Dhiigaafi Seelii Itiyoophiyaa tajaajilli wal’aansa yaalaa agartuu ijaa 315 milkaa’inaan raawwatameera jedhe.Sosochiin biyyaalessaa gumaacha dhiigaafi agartuu ijaa jajjabeessuurratti kaayyeffate