Waggoota shanan dhufanitti nageenyaafi olaantummaa seeraa kabajchiisuu fi wabii nyaataa mirkaneessuuf ni hojjenna – Dooktar Abiy Ahimad

fanabc.com
منذ 20 ساعة
Finfinnee, Hagayya 3, 2018(FMC) - Paartiin badhaadhinaa filannoo marsaa 7ffaan injifachuun isaa mirkanaa'e waggoota itti aanan shananitti imaanaa uummanni itti kenne kabajuun nagaa fi olaantummaa seeraa kabajchiisuu fi wabii nyaataa mirkaneessuuf ci