Caffeen Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gochuun irra deebiin filate - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 13 ساعة
Caffeen Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa gochuun irra deebiin filate. Afa-yaa'ii haaraa ta'uun kan filataman Bulchaan Godina Booranaa Obbo Abdulsalaam Waariyoo Halakee baallii fudhachuun kora kana dursuu eegalaniiru.