Kombolchaa fi Laalibalaatti balaliin adda cite - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 8 ساعات
Balaliin gara Laalibalaa torbee darberraa eegalee addaan citee ture hanga har'aatti akka hin eegalamne jiraattonni himaniiru. Turistootni biyyoota adda addaas danqaman