'Uummata koo yoon arge nan fayya'- Artist Kadir Martuu - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Walleewwan warraaqsaa, jaalalaa fi qabiyyeewwan adda addaa of keessaa qabaniin kan beekamu Artist Kadir Martuu waggoota 10 oliif biyya alaa erga turee booda gara biyyaatti deebi'eera.