Aadde Adaanech Abeebee kantiibaa magaalaa Finfinnee ta'uun irra deebiin filataman - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 14 ساعة
Manni Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee kantiibaa magaalaa Finfinnee gochuun irra deebiin filateera. Korri Mana Maree 4ffaan magaalattii kun miseensonni filataman kan itti mootummaa haaraa hundeessaniidha.