Finfinnee, Fulbaana 24, 2019 (FMC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee, magaalaa Bishooftuu, Malkaa Harsadeetti, eebba Abbootii Gadaa fi Haadha Siinqeetiin eegalchiifameera.Ayyaanichi mata-duree “Irreechi Waliigaltee Biyyaalessaaf” jedhuun kabajama. Y