Eertiraa waliin nagaa barbaanna, garuu qaama biraa dabalatanii dhufan iyyuu ni mo'anna- Abiy Ahimed - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 6 ساعات
MM Itoophiyaa Dr Abiy Ahimed garuu har'a Paarlaamaa irratti Eertiraa waliin wal waraanuu hin barbaannu, karaa marii nagaa hulaa galaana diimaa argachuu barbaanna jedhan.