Angawoonni gargaarsa buqqaatootaaf ergame faayidaa dhuunfaaf olfatan sadi hidhaafi maallaqaan adabaman - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 22 ساعة
Wallagga Lixaatti Bulchaa Aanaa dabalatee, angawoonni duraanii sadi kanneen iddoowwan hoggansummaa garagaraarratti hojjechaa kan turan yakka malaammaltummaan himatamanii hidhaa fi maallaqaan adabamuu BBCn odeeffatera.