Maanguddoo ganna 60 olii 'narsii ta'uuf' qormaata kutaa 8ffaa qoraman - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 23 ساعة
Addee Halkanee Shuuttoo Godiina Arsii Lixaa Anaa Nageellee Arsii keessa jiraatu. Baruumsa osoo jaalatanuu umurii dargaggummaatti dhiisan bara dullumaa yeroo rifeensa lama biqilchanitti itti deebi'anii barataa jiru.