Dhuguma addunyaarratti Muslimni baayyachaa, Kiristaanni hir'achaa jira? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ 9 ساعات
Qorannoon haaraa Wiirtuu Qorannoo Piiw [Pew Resaech Center] baase akka agarsiisutti, addunyaarratti ummata hordoftoota amantaa Kiristaanaa ta'an qaay'ee qabaachuudhaan naannoon Afrikaa Sahaaraa-gadii Awurooppaa caaleera.