Bineensi 'maalummaasaa hin beekne' lubbuu galaafachaa, nu shororkeessaa jira- jiraattota Shawaa Lixaa - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Bineensi 'maalummaansaa hin beekamneefi kanaan dura naannichatti mul'atee hin beekne' lubbuu jiraattotaa galaafachaa jiraachuu jiraattonni Godina Shawaa Lixaa aanaa Ada'aa Bargaa BBC'tti himan.