'Finfinneen Afrikaaf Dubaay ishii haaraa taateetti'- Afrikaanotni waayee Itoophiyaa maal jedhu? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Aanga'oonni biyyoota Afrikaa yaa'ii Gamtaa Afrikaaf Finfinnee turanii deebi'an jijjiiramni magaalaa Finfinnee keessatti dhufe ajaa'ibsiisaa ta'u dubbataa jiru.