Dhimmoonni ijoon MM Abiy fi Pirezidant Erdowaan kaasan maal fa'i? - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يومين
Pirezidantiin Turkii Rajiib Xayyib Erdowaan Kibxata, Guraandhala 17, 2026 Itoophiyaa daawwachuu booda ibsa kennaniin biyyi isaanii ''walitti bu'iinsaa fi dhibee Gaanfa Afrikaatti mudatu,'' callistee akka hin ilaalle himan.