MM Abiy ummata yaaddoo keessaa baasuuf jaarsoliitti amaanaa kennnatan - BBC News Afaan Oromoo

bbc.com
منذ يوم
Ministirri Muummee Abiy Ahimad, nageenya saffisiisaafi amansiisaa ummata keenya cinqiifi yaaddoo keessaa baasu; bahee galee qalbii guutuun hojjechuu akka danda'u godhu fiduuf abbootiifi jaarsoliin gahee isaanii akka bahatan amaanaa isinitti kenneera jedhan.